Home
Mul'ata
 
Akeeka  
Mul'ata
Kaayyoo
Quunnamtii

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Mul’ata

Waamich Waaqayyo itti nu waameef deebii kennu, ayyanaa fi dibata isa harkaa fudhanneen iijaaramnee, tajaajila waaqeffannaa wangeela lallabuu fi lubbuu badan barbaaduu dhaalchisuu!

 

Tajaajilli kun mullata harmaan gadditti ibsamee irratti hojeta;

  • Warra gooftaatti jiran jajabeessuu

  • Waldoota dadamaqsuu

  • Warra hin ammanne qaqabuu

Ministriin kun namoota mul’ata wal fakkaatu qabani wajjin hojeta akkasumas of jalatti ijaara. Namoota kennaa kanaa fi waamicha akkasii qabu jedhee amanu waamee hidhachiisudhaan iddoo kennaa isaanii dhaaba. Kun abboota wangelaa, dura-buutota waaqeffannaa, ogeessota meeshalee muuziqa, faarfattoota leexaa, fi namoota kennaa fi qooqa faarfannaa qabaniif kkf ta’a.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

     
 
 
2006 All rights reserved. suraafelministry.org
D