Home
Akeeka
 
 
Akeeka
 Mul'ata

Kaayyoo

Quunnamtii

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Akeeka

  1. Konsertii addaa addaa, waggaa kessatti bakka addaa addaatti, lafa waldoonni afaan Oromoo dubbatan jiranitti qopheessuu.

  2. Waldoota fedhanii fi afeeraniif yeroo konfirensii hafuuraa akkasumas sagantoota isan qabaatan irratti waaqeffachiisuun tajaajiluu fi muuziqaadhaan gargaaruuf qindeessuu.

  3. Geggeessitoota waaqeffannaa leenjisuu fi barsiisuudhaaf sagantaa qopheessuu.

  4. Gorsaa fi yaada waldoota barbaachisu hundumaa kennuuf qopheessuu.

 

 

 

Dhaamsa

Ministriin kun kaayyoo isaa kana hundaa bakkaan ga’uuf, saba tajaajilu irraa gargaarsa humnaa, qarshii, yaadaa, kadhataa fi of kennuu guutuu waan barbaaduuf, warra kanaan gargaaruu feetan hundumaaf waamicha isiniif godha.

 

 

     
 
 
2006 All rights reserved. suraafelministry.org